Walitti dhufeenyi dhiiraa fi dubartii wantoota garaagaraa irratti hundaa’a. Akkuma dhiironni qaama dubartootaa keessatti iddoo adda addaa jaallatan, dubartoonnis qaama dhiiraa keessatti bakka adda addaa jaallatu. Sababni isaas kan walitti dhufeenya jaalalaa, hawwii, akkasumas wantoota sammuu fi qalb...