Teknooloojii fi interneetiin guddina dinagdee, barnootaa fi walqunnamtii saffisiisuun faayidaa hedduu argamsiisee jira. Haa ta’u malee, carraa argame kana keessatti wantoota miidhaa guddaa fidanis jiru. Pornography, yknis meeshaalee saal-qunnamtii fakkii, viidiyoo, fi barruudhaan dhiyaatan, internee...